Nuti lammileen dhalata Itiyoophiyaa, kanneen saboota adda addaa irraa walitti dhufne, guyyoota Afuriif dhimmoota garaagaraa irratti gadi fageenyaan erga mari'anneen booda Dhadacha (council) tokko dhaabneera. Dhadachi kunis "Dhadacha araaraa, dhiifamaa fi haqa Ummtoota Itiyoophiyaa" (ECRRJ፦Ethiopian council for reconciliation and restorative justice) jedhamu, Guyyaa Gurraandhala (February) 14 bara 2016 dhaabneera.
Galii fi akeekni isaas፦ ummata(itiyoophiyaa)kan haala adda addaatiin( yaadaan) gargar fagaate kana walitti fiduufi hariiroo uumuun akka walitti dhufanii mari'atan gochuu dha.Nuti hundi wal-qixa jennee amanna.Sodaa fi yaaddoo uumata keennaa hunda niinhubanna. Qurramota armaan dura darbanis beekomsa laannaaf.
Garaagarummaa Amanti,Siyaasaa fi Gosommaatiin osoo hindaangefamin walitti dhufanii akka maritan gochuuf hariiroo uumatoota jidduu ture deebisanii ijaaruuf tattaafi walirraa hin cinne goona. Qaama waan kanaratti nugargaaran jennee yaannu kamuu waliin hojjachuufis qophii dha.Keessattuu hooganoota Amanti,Hawaasaa fi Siyaasaa akkasumas qaamole dhimmi kun ilaalatu hundaa waliin hojjachuun uumata keenya jiddutti nageenyi fi arraarri akka bu'u keessaa fi alattis ni hojjana.
Hojiilee yeroo gabaabaa keessatti karooreffane keessaa ፦
© 2016 ECRRJ | Design By W3layouts